- admin
- [post-views]
Mul’ataa fi ergama
Ergama
Biiroon kun Misooma fi invastimantii Intarpiraayizii Xixiqqaa fi Maayikiroo Naannoo Oromiyaa babal’isuu, hoji dhabdummaa hir’isuu, wiirtuuwwan magaalotaa ammayyeessuun, tasgabbii industirii keessatti uumame guddina indaastirichaatiin akka hoogganamu gochuu fi kan ummataa fooyyessuuf kaayyeffateera bulchiinsa gaarii mirkaneessuudhaan jiraata.
Mul’ata
Biroon kun bara 2019tti misooma industirii Oromiyaa keessatti babal’achuu, seera hojjattoota industirii tajaajila keessatti kabajuu, sadarkaa galii giddu galeessaa galmaan gahuu ni tilmaama.
xiyyeeffata.
xiyyeeffata.
Magaalota
Gaaffii Qabduu?
Bilbilaa. 0115-531688